Eebbaa barattoota Yunivarsiitii Jimmaa irratti hidhamtoonni siyaasaa akka hiikaman kan gaafate Mohaammad Deeksioo dabalatee namoonni isa waliin hidhaman lama 'yakka ajjeechaan' shakkamuu poolisiin ...